Table Of ContentSEENICHA SUUKANNEESSAA
BARRI DHOKSE
(Kan uummatni Oromoo beelluu qabu)
Waldayohaannis Warqinah
Gammachuu Malkaa
BAAFATA
Seensa .-. ...........................................................•.............. 3
•
11
Boqoanaa-1
©Mirgi Maxxansaa Seeraan Eegamaadha .
Lola Suukanneessaa Uummanni Akka Loluuf Dirqisiifame ............• 11
Boqoaaaa-2
Eenyummaa E:enyu Iyyuu Jijjiiruu Hin Dandeenye ...........•............... 24
Boqoaaaa-3
Oromoo Fi Oromiyaa 58
&oqonnaa-~
Hidda Mootummaa Abiisiiniyaa fi Awurooppaa 82
Boqoanaa-5
Bara Nafxanyaa Fi Biyyoonni nagaan garboomuu isaanii 111
[, Boqoaaaa • 6
rI
1 Weerara Biraa Kanneen Humna Waraanaa Bakka Bu'an 159
Finfinnee, Itophiyaa.
I,
I
1
Seensa
BoqoDDaa•7
Weerara Babal'ina Amantii fi Lallaba Wangeelaa "Waaqayyo inni jireenya nuuf kenne, bilisummaas jireenya waliin nuuf
kenne" jedha Jeferson. Kun dhugaadha. Kaayyon bilisummaa namaa
...................................................................
Duubaan Dhufe 204
kaayyoo Waaqayyooti. Gara jabummaan, dhiibbaan, hamminnii fi
BoqoDDaa-8 jal'inni hojiiwwan seexanaati. Dhiphina lammiileetti gammaduun,
garbummaa dhala namaatti bashannanuun, dadhabina lammillee
Xumura Mootummaa Minilikii fi Yeroo Jijjiirama
••
birootiin of jabeessuufi irratti gooftaa ta'uun, badii qomoo tokkootiin
Siyaasaa 222
ofii misanii dagaaguun ... amaloota nama hafuura seexanaatiin
BoqoDDaa•9 geggeeffamuuti. Geggeessitoonni humnaan biyya bulchan, kanneen
biyya lafaa kanarraa ka'aa turan hundumtuu ilaalcha jal'aafi
Bara Mootummaa Haayilasillaasee fi Ijaarsa Mootummaa Giddu
seexanaawaa kana of keessaa qabu. Bulchitoonni humna waraanaa
Galeessaa 248
fayyadaman sun hundumtuu diinota bilisummaafi farra dhala namaati.
BoqoDDaa-10
Mootonni humnaan Itoophiyaa bulchaa turan gara jabinaafi hammina
Dhukkuba Onnee Mootummaa Nafxanyaa Mudate 271 guddaadhaan fedhii dhuunfaa isaanii guuttachaa turan. Cunqursaa,
dhiibbaa fi hacuuccaa hammas hin jedhamneen sabaa fi sablammii
KITAABOTA WABII 276
biyyattii bulchaa turan. Kanaafuu uummanni Itoophiyaa waggoota
baay'eedhaaf humnaan gegteeffamaa tureera. Biyya isaanii qofa utuu
hin taane, jireenya dhuunfaa isaanii irratti illee mirga hin qaban turar..
Har'a cunqursaa fi hacuuccaan biyyattii keessa ture saaxilamaa jira.
seenaanis gara jabina suukanneessaa sanaaf murtii kennaa jira.
Dararaan bulchitoonni gara jabeeyyiin sun lammiilee biyyattii irraan
ga'aa turan waltajjii irratti mul'ataa jira. llaalchiifi gochaan isaanii
3
2
kanneen jajal'oo fi faayida-clhabeeyyii ta'an gara awwaalaatti
dhaga'ama. Bulchitoonniifi mootummoonni iammiilee dararaa turan
adeemaa jiru. Gabaabaatti, lammiileen biyyattiifi seenaan wal
• immoo yommuu sirni bittaa isaanii jigu "dhugaan ni bade" jedhanii
qabatanii gama bilisummaatti ce'aa jiru.
mararamanii boo'u. Dhaloonnii fi seenaan garuu namoota sammuu
0 duudaa akkasii hin dhaggeeffatu.
Yeroo jijjiiramaa kana keessa garuu rakkoowwan hedduun adeemsa
bilisummaa mudachuu akka danda'an beekamaadha. Gochaafi sirni
Namni Maakiyaaveelii jedhaman "biwa keenya keessatti dogoggorri
~ulchiinsaa kanaan duratti faarfatamaa ture yommuu jijjiiramu,
akka hojii sirriitti fudhatama" jedhan. Biyya keenya keessattis kanuma
qaamni sirnicha hundeeffate miidhama safuu ulfaataa keessa seena.
argina. Bara durii mammaaksi tokko "inni waraane yoo irraanfate inni
Bubbee jijjiiramaa keessa seenanii ajaa'ibsiifatu. Itti ga'isus.
waraaname hin irraanfatu" jedha. Bara har'aa garuu mammaaksi kun
faallaa ta'e. Inni waraaname hin yaadatu. Inni waraane garuu ni
Waanti itti baratamee ture tokko yommuu jijjiiramu, taatee haaraa
yaadata. Kanaaf qaamni adaba fudhachuu qabu hin adabamin hafee
dhufe amananii fudhachuun namoota hedduutti ni cima. Namoonni
jira. Kanuma keessaa immoo waraansa isaanii durii deebifachuuf
tokko tokko immoo mormii kaasu. Taateen kun dhugaa guutummaa
qoonqoo guutuu iyyaa jiru. "Yeroo kam iyyuu waan isiniif ta'u nutu
addunyaa irratti mul'ataa tureedha. Qaroominni lammiilee sirna
beeka" jechaa jiru. Hawaa keessatti Ofii isaanii akka qomoo olaanaatti
booddeetti hafaa sana dursaa jira. Haala jireenya barichaa waliinis
wal'aansoo qabuutti seena. Kun1s waanuma jiruudha. Sirni kufaa jiru waan ilaalaniif, llaalchasaanf isa hamma qaawwa !ilmoo dhiphatuun
biyyattii seerrachuu barbaadu. Sabni kam iyyuu sammuun isaa fayyaa
sun "Anaan morkadhaa!" jedha. Yeroo kana jal'ina keessa isaa jir.u
guutuu yoo qabaate, mootummaan gara jabeessi kan dogoggoraafi
waliin wal tumsee qabsaa'ota irratti burjaajii uuma.
hamminaan, humna waraanaatiin, 'fannisii ajjeesi jechuudhaan' gar •.
Keessumattuu biyyoonni booddeetti-hafoo ta'an seenaa irraa hin jabina hadhaa'aadhaan kar, bulchu, walakkaa jaarraa tokkoo caa' a
baratan, seenaa waaqeffatu malee. Hawaasni akkkasii yeroo isa keessa turuu akka hin dandeenye ni hubata.
jiru iyyuu hin hubatu. Kun immoo wal hubachuu dadhabuudhaaf nama
Dhimma kana ilaalchisee waanti nama gaddisiisu isa sanyiin
saaxila. Lammiileen waanti hundumtuu dhugaa itti fakkaatu yommuu
cunqursitootaa bakka isaaniif hin malle dhaabbatanii waa'ee lammiilee
dhugaa sarbame arganitti hatattamaan lola keessa seenu. Guutummaa
biraatiif abjuu guyyaa abjootaniidha. Isaan kun hamma gowwoman
addunyaa kanaa irratti lolliifi jeeqamsi akkasii sagalee guddaadhaan
caalaatti akka gowwomsan amanu. Waan amanan kanas bakka
4
5
•
hundumaa deemanii lallabu, Seenaa yeellaasisaa isa dabarsan illee Tokkummaan biyyaa seenaa ukkaamsuudhaan, lammii tokko muudee
veellaaslsaa ta'uusaa hin amanan. Akka ciminaatti ittiin of jaju. Sirna warra kaan garboomsuudhaan ijaaramuu hin danda'u. Tokkummaan
barbadeessuun irraa eegamus deebisanii ijaaruuf aarsaa danda'an akkuma dhimmoota hawaasaa kanneen biroo suuta suutaan kan
hundumaa kaffalu. argamuudha. Walitti daldaluun, gaa'ela waliin dhaabbachuun, jireenyi
hawaasummaa kanneen biroonis hatattamaan akkuma hin argamne,
Nuti garuu abdii qabatamaa abdannu qabna! Lammiin kam iyyuu
tokkummaanis yeroo gabaabduu keessatti ijaaramuu hin danda'u.
dungoo seenaa isaatii dhaamsee seenaa gosa/qomoo biraa bara
Siyaasni lammiilee biyya tokkoo eenyummaa saba sanaati.Yoom iyyuu
baraan faarfachaa hin hafu. Sabni Amaaraa garuu seenaa cunqursaa
lammii sana keessaa baduu hin danda'u. "Siyaasa qomoo tokkichaa"
Atseewwan isaanii lammiilee Itoophiyaa irraan ga'aa turaniin
jedhamee doorsifamuudhaan baduu hin danda'u. Siyaasa lammii
dhaadatu. Sirna seenaa keessaa haqamuu qabu sanaan of tuulu.
tokkoos ta'e tokkummaan biyya tokkoo akka salphaatti baduu hin
Lammiileen biyyattii tokkummaa ni barbaadu. Tokkummaan lsaanils danda'u. Dhaaba siyaasaa lammii tokkoof dhaabbatuun yookaan bakka
isaan fayyada. Garuu tokkummaa sanaaf jedhanii seenaa kan isaanii bu'oota uummataatiin baduu hin danda'u. Geggeessitoonni
hin taane hin fudhatan. Tokkummaa keenyaaf aarsaa baafna jedhanii qomoowwan biroo arrabsoowwan akka "dhiphoo, ofittoo,
seenaa isaanii gatuu hin danda'an. - bittimmeessituu, bittimmeessisiiftuu ... " jedhamuudhaan arrabsamaa
turan. Arrabsoowwan kunniin barruuleefi gaazexaatti ba'uudhaan akka
Amantii akkasii qabaachuudhaan kitaaba kana qopheessine. Kitaabni
mi'a suuqiitti daldalaaf dhiyaachaa turan.
kun seenaa cunqursaa namoota tniliyooniitti lakkaawaman irra ture
haala gaariidhaan kan saaxilu yoo ta'u, hojii lammiilee kitaabicha Inni barreessu dhimmi siyaasichaa yoo galeefis, yoo galuufii baates
dubbisan hundumaa dadammaksuui hojjetameedha. Namoonni "Siyaasa Qomoo Tokkichaatu Dagaagaa Jira" jechuudhaan barreessa.
muraasni akka mormii kaasuu danda'anis tilmaamamee jira. Garuu isaan akka Jedhanitti sochiin siyaasa qomoo sun yeruma sana
Lammiileen . akkasii kunneen dhimma ofii isaanii malee qomoo waan jalqabe fakkeessu. Dhugaan isaa garuu akkas miti. Siyaasni
biraadhaaf bakka hin qaban. Seenaa ofii isaanii qofa irratti xiyyeeffatu. qomoo Amaaraa bara mooticha Saayilasillaasee eegale. Yeroo sana
Gochi isaanii kun nama utuu hin afeeramin maaddii namaatti taa'e mootichi "biyya gaallaa qabachuu qabna" jechuudhaan oromoo irratti
weerara banee ture. Sivaasni qomoowwanii yeroo sana sochii eegale.
isaan taasisa.
6 7
Olaantummaa qawwee Faranjiitiin ijaaran deebifachuuf jecha har'a kanaa wajjin wal qabatee addunyaa irratti ka'aa ture akkana jedhee
"siyaasa qomoowwaniif dhaabbatu" jedhanii yoo iyyan iyyuu namni ibsa:
\
isaaniif dhaga'u hin jiru. Kaayyoon isaaniis siyaasa biyyichaa irratti
"Qomoo Sarbi ta'uudhaan boonuun Kiroo'aatiinjibbuu yoo ta'e,
hojjechuu osoo hin taane, siyaasichaan daldalanii qarshii walitti
Arman bilisoomuun Turkiin haaloo bahuu yoo ta'e,
qabachuudha.
Ofiin ofbulchuu Zuuluudhaa Hoosaa garboomsuu yoo ta'e,
Kitaaba kana yommuu qopheessine jibba hadhaa'aa qomoo tokkicha
akkasumas lammiin Rumaaniyaa lammii Hangarii biyyaa arihachuu
irratti jijjigsuuf utuu hin ta'in, lammiileen gaaffii uummata oromoo fi
yoo ta'e, ilaalchi sabboonumaa qomoo bifa jibbisiisaa qabate
uummatoota Itoophiyaa kibbaa irratti hubannoo gaarii hin qabne
jechuudha.
ilaalcha isaanii akka fooyyeffatan gochuuf itti yaadnee qopheessine.
Akkasumas gita bittoota Amaaraa balaaleffachuudhaan tokkummaafi Eenyummaa ofiittl boonuun isa kaan jibbuu, bilisummaa
walqixxummaa uummata oromoo fi Amaaraa arguu kan dheebonnu argachuun isa kaanirratti haaloo bahuu, ofiin of bulchuun isa
ta'uu keenya ibsuu barbaanne. Lammiilee Amaaraatiifis ilaalcha kaan garboomsuu, mirga dimokiraasii gonfachuun isa kaaniin'
diimokiraatawaa guddaa qabna. Tokkummaa jechuun qomoon tokko "naannoo kiyya gadi lakkisi" jedhanii diqisiisuun itti fayyadama
isa kaan saggootti baachuuf dirqisiifamuu jechuu miti. Kanaafuu mirgaa hiikoo hinqabne ta'uusaarrayyuu bu'aansaas nageenya
kaayyoon keenya eenyuun iyyuu jibbuu miti. booressuu ta'a. Ilaalcha akkasiirratti duuluun ittigaafatama
ummatoota hundaati. Uummatni keenya daangaa mirgasaa isa
..
Ilaalcha kana waliin dogoggora ciccimoo lama keessa akka hin
dhugaarra utuu hindarbin, migasaas dabarsee utuu hinkennin
seenneef akeekkachiisa kennuu barbaanna. Isaanis: Inni jalqabaa
seenaasaa hundee clmanrratti ijaarratee jireenyasaa isa sirna
haaloo qabachuudhaan haaloo baafachuuf akka hin yaalle
nafxanyaatiin duraa sarbame deebisee akka gonfatu jabeessinee
akeekkachiisuu yoo ta'u, inni lammaffaan immoo "olaantummaakoo
abdanna.
durii maaliifan dhabe? Maaliifan kabaja dhabe?" jechuudhaan of
tuulmaan akka hin biqille cimsinee akeekkachiisna. Isaan kunneen
Barreessitoota kitaabichaa
lamaanuu sabboonummaa gara lolaatti nama oofan waan ta'aniif
balleeffamuu qabu. Barreessaan tokko rakkoo akeekkachiisa keenya
8 9
BOQONNAA•!
Lola Suukanneessaa Uummanni Dirqamaan Itti Bobba'e
Biyyi tokko kabaja biyyummaa ishee kabachiifattee jiraachuuf
,. mootummaa ofii isheetii qabaachuu qabdi. Mootummaan biyyattii
garuu lammiileen biyyasaatii qomoo hedduu yoo ta'e karaa siyaasaa
tasgabbii qabaachuu · hin danda'u. ljaarsi mootummichaas adda
durummaa qomoo tokkootiin waan ta'uuf qomoowwan biroon
biyyattii keessa jiraatan ni dhiibamu, ni ariyatamu, mirgi isaaniis
dhiitamuu ni danda'a. Kunis aangoo qomoon tokkichi biyya sana irratti
qabate irraa madda.
Biyya Itoophiyaa keessatti mootummaan qomoo tokkichaaf dhaabbatu
hundeeffamee ture. Mootummichis kan qomoo tokkichaa ture. Kanaaf
mootummichi biyyattii keessatti olaantummaa qomoo isaatii
mirkaneeffachuuf afaan isaa, aadaa isaa, amantii isaa, seenaa isaas
qomoowwan to'annoosaa jala galfaman irratti dagaagfataa ture.
Mootummaan kun faayidaa siyaasaafi dinagdee dhuunfaa
isaatiiqofairratti xiyyeeffata. Garuu gowwomsaadhaan akka waan
mootummaa qomoowwan hundumaatiif dhaabbatuutti of ibsa.
Qomoowwan biyyattiitiinis "mootummaa keenya" jettanii hin
fudhattan yoo ta'e 'rakkoo dhiphina sammuu qabdu' jechuudhaan
doorsisee of fudhachiisuuf dirqisiisa.
10 11
Yommuu hojiidhaan argisiisu garuu ofiisaa irraa kan hafe; faayidaa har'aa iyyuu ltoophiyaan akkas ture' jedhee odeeffata. Bittaa isaatiif
qomoowwan biroo, amantii isaanii, faayidaa dhuunfaa isaan qabanis ni umurii dheeraa hawwa. Mootota isaa kanneen darban immoo akka
hacuuca, ni dhabsiisa, ni ukkaamsas. Sabaati sab-lammiin humnaan waan isaan humna jaba_adhaan mo'anii darbaniitti waa'eesaanii
qabaman kunneenafaan niootummichaa akka afaan ofii isaaniitti, seenessee weeraramtoota amansiisuuf yaala.
aadaa saba mo'e sanaa akka aadaa isaaniitti, seenaa isaas akka seenaa
Qomoon biyya bitee jiru sanyii ofii isaatii abbootii siyaasaafi abbootii
ofii isaaniitti akka fudhataniif humna waraanaa isaatti fayyadamee
aangoo mootummichaa godhee muuda. Kana malees olaantummaa
dirqama irratti labsa. Sab-lammii weerareef gumaachi jalqabaa inni
amantii kennuufiidhaan, amantii ofiisaatii ittiin babal'ifata. Akka waan
dhiyeessus dirqisiisufi hidhaadha. Ofiisaa qomoowwan kana irratti
qomoon sun sanyii amantii babal'isuuf Waaqa biraa waamicha
yommuu ol kaasee beeksifatu, waantota qomoowwan weeraraman
argateetti labsa. Gocha kanaaf fakkeenya gaarii kan nuuf ta'u bittaa
kunneen duraan jaallatan, kan ittiin boonan, baroota hedduudhaaf
qomoon Amaaraa mootummaa Minilik jalaan Itoophiyaa bitaa
waanta ittiin jiraataa turanis dirqisiisee duraa sarba. Qaamni weerare
tureedha. Warri Amaaraa mootii isaanii Minilikiin sana akkas jedhanii
sun garuu akka waan weeraramtoonni dirqamicha jaallatanii
waamaa turan:
fudhatanitti rabsuudhaan seera biyyaa godhata.
.... Minilik jechuun ilma Solomoon, ilma Daawwit jechuudha.
Kanaafuu, ol aantummaafi aangoo isaatiif haala amansiisaa
Kanarra iyyuu darbee Minilik jechuun ergamaa Waaqayyoo
uummachuuf jecha akka waan umuriin mootummichaa dheeraa
jechuudha. Waaqayyotu Minilikiin erge. Maqaansaa min -
ta'eetti seenaa isaa ofduuba dheeressee waama. Aangoosaa isa
yi/ik? Jechuudha. Hiiknisaas hammam ga'a laata? Jechuudha.
cunqursaafi gara jabinaan ijaarame fayyadamuudhaan 'dur akka kana
Tarii hamma Waaqayyoo ga'aa laata? ....
turre' jechuudhaan seenaa hin jirre odeessee gowwomsuuf yaala.
Himoonni akkasii kun himoota gowwomsaati.Heddumminaan
Waraqaa Eenyummaa "Lammii Itoophiyaa" Jedhu Kan Qomoo
dubbatamaa turan.' Abbootiin aangoo mootummaa Minilik kanneen
Tokkichaaf Kenname •
warri gara jabeeyyiifi hamoon, kanneen mirga namummaa dhala
Daangaanltoophiyaa erga daangeffamee walakkaa jaarraa illee hin namaa dhiitan, gocha suukanneessaa qomoowwan Itoophiyaa irratti
guutu.Mootummaan humnaan bitaa ture sun garuu 'waggaa 3000 raawwachaa turan. Gochaa kanas akka tasaa -utuu hin taane itti
12 13
yaadanii qomoo daguuggaadhaaf raawwachaa turan. Qomoowwan baay'atee/ deemi. ltoophiyaadhaan 'iabaadhu' jedhiin.
Itoophiyaa bituuf, bittaa isaanii babal'ifachuuf karaa lamaan yaalii ' lmmimmaan hiyyeessotaa qoorsiif. Wallaalummaan isaanii
godhu. dukkanadha. Barnootni garuu ifa. Kanaafuu dukkanni
► Itoophiyaa · irraa ka'ee ifni akka ishee/ ba'uu!, inni jalaa
Inni jalqabaa gowwomsaadhaan of fudhachiisanii
dhokate akka itti mul'atuuf, inni irraa fagaate akka itti
jilbeenfachiisuu yoo ta'u,
► dhiyaatuuf barsiisi, sirreessi, eegi, siif miti Itoophiyaaf jedheen
Inni lammaffaan immoo humna waraanaatiin weeraruudha.
si erge malee ... "
Yoo barbaachise immoo maloota lamaanuu wal faana itti
Barreessitoonni Amaaraa hirnoota akka kanaa baay'ee barreess 1a
fayyadamuudhaan bittaa isaanii galmaan ga'atu. Barreessaan sirna
turan. Hiikni loojikaalawaan himoota akkasii garuu ifaadha. Akkas
bittaa sanaa waa'ee mooticha Minilik yommuu barreesse akkas jedhe:
jedhu, "Minilikiin Waaqayyotu erge. Waaqayyo gooftaa nama
'WaaqayyoMinilikiin ltoophiyaadhaaf erge. Minilik hammam ga'a
hundumaati. Geggeessaan keenya inni Waaqayyo isa hundumaa
/aata? Tarii hamma Waaqayyoo ga'aa?"guddummaa, sodaatamaaf
gararraa jiru biraa ergame Minilikiidha. Minilikitti bulaa" jedhu.
beekamtii, ulfina mootichi Minilik saba Itoophiyaa gidduutti qabu
Qomoowwan humna waraanaatiin qabamaniin immoo 'Minilik mootii
ibsuuf jecha"tarii hamma Waaqayyoo ga'aa laata?" jedhe. Dhuguma
Waaqayyo biraa ergame waan ta'eef itti amanaa fudhadhaa1echuun
iyyuu namichi nutti ergame kun hammam ga'a ture?Barreessichi
isaanii garbummaan sun Waaqayyo biraa waan isaanitti
himoota gowwomsaa mootichaaf odeeffamaa ture akkas jedhee itti
murteeffameef fudhachuu qabdu jechuudha.
fufuun tarreessee jira.
Karaa biraa immoo maqaa Waaqayyoo waamuudhaan akka waan
Waaqayyo Minilikiin erge. Ni erge jechuun ni moosise jechuu
Waaqayyo isaan ergeetti qawweefi meeshaa waraanaa warra adii
miti. Mootonni kanneen akka Tewoodiroos, Yohaannis;
(Faranjii) kadhatanii ittiin lammiilee weeraru. Qabeenya uummataa
Takilagoorgisis baay'een hin turree? Minilik garuu akka
saamaa, garba walitti daldalaa, qe'ee namaa irraa ajjeesanii saamaa,
mootota kanaatti hin moone. WaaqayyoMinilik lammaffaa
gocha suukanneessaa akkasii hojjechaa 'Minilikiin Waaqayyotu erge'
filee yommuu erge "deemi, ltoophiyaan miidhamaa jirti.
jechuun isaanii hamminasaanii sana Waaqayyo ni deggera :echuutti
Namoonni Itoophiyaa boo'aa jiru. Gadadoon saba sanaa waan
hiikamuu ni danda'a. Dhugaansaa garuu akkas miti. Wee:ara Minilikiif
14 15